下载 PDF
返回故事列表

Adabbi 惩罚

作者 Adelheid Marie Bwire

插图 Melany Pietersen

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 2级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Gaftokko mamman fuduraa bayee argate.

有一天,妈妈买了很多水果。


“Fuduraa yeroo kama nyaachu dandenyaa?” Jenne gafanne. “Fuduraa galgal kana nyanna,” jette harmeen.

我们都问她:“什么时候可以吃水果?”妈妈说:“等今天晚上再吃。”


Obbolessi ko Rahiim sassatadha. Fuduraa hundaa dhamdhameera. Bayee nyaates.

我哥哥拉希姆很贪吃,所有的水果都想尝尝。结果他吃了很多。


“Waan Rahiim godhe ilaali!” jedhe obbolessi koo xinnan. “Rahiim sassatuf kaka’aa dha,” jedhe.

弟弟叫着说:“看看拉希姆做了什么!”。我跟着说:“拉希姆很调皮很自私。”


Harmeen bayee Rahiimit aarte.

妈妈对拉希姆很生气。


Nutis bayee Rahiimiti aare. Rahiim garu humma iyyu ittihinfakkanne.

我们也对拉希姆很生气。可是拉希姆并不感到惭愧。


“Rahiim hinadabddu jeechudah?” jedhe obbolessi koo xinnaan.

小弟弟问:“拉希姆不是该罚了吗?”


“Rahiim amma kana nigadita,” jetten harmeen.

妈妈警告说:“拉希姆,你很快就会后悔的。”


Rahiima dhukkubu calqabe.

不久,拉希姆果然开始感到恶心起来。


“Garaa koo nadhukubee,” jedhe Rahiim.

拉希姆小声说:“我肚子很疼。”


Harmeen akka kuni ta’u nibeekit turte, Fuduraan Rahiim adabaa jira!

妈妈早料到会发生这样的事情。拉希姆受到了水果的惩罚!


Boodee, Rahiim dhifamaa nugaafate. “Ani lammata sassatu hinta’u,” jedhe waada gale. Nuhundi keenyaa isa amanne.

后来,拉希姆跟我们道歉说:“以后我再也不会贪吃了。”而我们这次都相信他!


作者: Adelheid Marie Bwire
插图: Melany Pietersen
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 2级
出处: 原文来自非洲故事书Punishment
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF