下载 PDF
返回故事列表

Tinigii fi saawan 丁吉和奶牛

作者 Ingrid Schechter

插图 Ingrid Schechter

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 2级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Tinigiin Akko isaa wajjiin jirta.

丁吉和奶奶住在一起。


Ishee wajjiin saawan eega ture.

丁吉以前常常和奶奶一起照看奶牛。


Gaftokko rayaan dhufee ture.

有一天,村里来了士兵。


Rayaan sun saawan fudhatan.

他们把奶牛带走了。


Tinigiifi akkoon isaa fiigani dhokatan.

丁吉和奶奶逃离了村庄,躲了起来。


Hamma halkana’uti daggala kessaa dhokatan.

他们白天躲在树丛里。


Sanaa booda rayaan nideebi’an.

士兵们又回来了。


Akkoon Tinigii baala mukaa jala dhoksite.

奶奶把丁吉藏在树叶底下。


Rayaan tokko garuu Tinigii gubba ejeta garuu inni oto hindubatin ture.

有个士兵踩到了丁吉藏身的树叶,但是丁吉没有吱声。


Yeroo halli tasgaba’ee Tinigiifi akkon issa daggala kessa gadi bahan.

丁吉和奶奶直到安全了才走出来。


Dafani loo’an gara manaa galan.

他们悄悄地爬回家。


作者: Ingrid Schechter
插图: Ingrid Schechter
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 2级
出处: 原文来自非洲故事书Tingi and the Cows
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF