下载 PDF
返回故事列表

Murtee 决定

作者 Ursula Nafula

插图 Vusi Malindi

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 2级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Gandii kenya rakko bayee qaba. Bishaan dhugatii argachuudhaf hiriraa dheera dhabachu qabna.

我的村庄面临很多问题。村里只有一个水龙头,我们每天都要排很长的队伍去接水。


Nyaata harjooman dhufee eggachu qabna.

我们等着别人接济食物给我们吃。


Sabaabaa hattu tif yeeroo dhan mana chufachu qabna.

每天晚上,我们因为害怕有小偷,所以都早早地锁上了门。


Ijooleen bayeen mana barumsaa kessaa harca’uu.

中途辍学的孩子也不少。


Shaamareen mana namaa biraati aka hojatuti qaxaramanii ganda biraati hojatu.

年轻的女孩被迫到别的村庄去做女佣。


Dargagonni immo nannoo ganda olgadi demo; kaaneen namaf qotu.

年轻的男孩不是成天在村子里游荡,就是到别人的农场里打工。


Yeroo bubben ka’u warqaa fi balfi garagaraa dallaafi mukken irrati tuluma.

起风的时候,废纸到处乱飞,挂在树梢和篱笆上。


Namooni bayeen biriciqoon muramu.

碎玻璃扔得到处都是,很多人都被碎玻璃划伤了。


Gaftokko bishhan ujummo dha cabee bishaan dhabamee ture.

终于有一天,水龙头干涸了,人们接不到水了。


Abbon ko mana irra gara mana adeeme ummata walgahiig wamee ture.

我的爸爸一家一家地劝说,召集村里的居民们开会。


Nammoni muka jalti walgahanii and waldhagefatan.

人们聚到一棵大树下,准备开会。


Abbon ko olka’ee akan jedhe, “Rakko keynaa hikuuf waliwajjiin hajachuu qabna.”

我爸爸站起来,说:“我们必须团结起来,一起解决我们的问题。”


Mucaan ganna sadeeti, Jumaan damee mukaa gubba ta’ee akam jedhe, “Ani nanno kenya ququleesun nagummacha jedhe.”

八岁的珠玛坐在树干上,大声说:“我可以帮忙清理村庄。”


Dubartiin tokko akan jete, “Duburatonni kun nawajjiin gamtofeene midhaan facaasuu nidandenyaa.”

一个女人站起来说:“我可以找一些妇女,一起种庄稼。”


“Dubartiin biraa olkatee akan jete,” namooni dhiira immo bolla yaqotan.

又有一个男人站起来说:“男人们可以帮着打井。”


Hundi kenyaa sagalee tokkon iyyinee akan jenne, “Hardha irra jalqabnee waliwajjiin hijachuun rakko keyna hikinee.”

我们异口同声地说:“我们必须改变我们的生活。”从那天开始,大伙儿都齐心协力,解决问题。


作者: Ursula Nafula
插图: Vusi Malindi
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 2级
出处: 原文来自非洲故事书Decision
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 4.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF