下载 PDF
返回故事列表

Roobiin maliif rifeensa dhabee 为什么河马没有毛发

作者 Basilio Gimo, David Ker

插图 Carol Liddiment

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 2级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Gaftokko, hilletin laga cinaa deemite.

有一天,兔子在河边散步。


Roobiins achuma ture, margaa marariisaa bareda nyaachu dhaqee.

河马也在那儿,一边闲逛,一边找些美味的野草来吃。


Roobiin akka heleetiin achi jirtu hinbekinee tasa mila ishee irra ejetee. Heleetin boyuu claqabdee, “Ati Roobii akka miila kiyyarra dhaabate hinagartu?”

河马没有看见兔子,她不小心踩到了兔子的脚。兔子尖叫了一声,朝着河马大喊:“该死的河马!没看到你踩到我的脚了吗?”


Roobiin dhifaatam hileeti gafatee, “Ani bayeen gadde. Sin’agarre ture. Adaara nafdhisii!” Hileettin kana otto hindhagahin Roobiiti akkan jette eyyite.” Beekka akkan gotee! Gaftokko gatii isaa nikafalta!”

河马赶紧给兔子道歉:“真不好意思,我的朋友!我没看见你!请原谅我!”兔子哪里会听河马的解释,他气极了,朝着河马大吼:“你肯定是故意的!总有一天你会受到惩罚!”


Hileetiin ibddaa barbaacha dhaqxee akkan jette ibbidaan, “Deemi, yeroo Roobiin bishaan kessaa baate margaa dheedu deemitu gubbi. Milaa koo gubba dhaabate!” Ibbdis akkan jedhe, “Rakkoon hinjiru, Hileeti hiriyaa koo. Akkuma ati jetteh godha.”

兔子找到了火,他对火说:“趁河马从水里出来吃草的时候,朝她放一把火。她竟敢踩我的脚。”火回答说:“没问题,我的朋友!我这就按你说的做。”


Boddee, Roobiin margaa laga fagooti dheeda yeroo ibbiddi “wuussh!” qabate. Ibbiddichis refeensa Roobii gubuu calqabae.

过了一会儿,河马正在离河岸很远的地方吃草。呼的一声,火突然烧起来了,烧到了河马的身上。


Roobiin bowuu calqabadee garaa bishaani figide. Rifeense ishee hunduu ibbiddan gubbate. Roobiin akkan jette, “Rifeensi koo ibbidda kanaan gubbate!Rifeense koo tokko hinhafnee! Rifeense bareedan koo!”

河马尖叫着,赶紧跑向河边,但是她的毛发已经全部烧毁了。河马伤心地说:“我的毛都被火烧掉了!你烧了我的毛!它们全都不见了!我美丽的毛!”


Rifeense Roobii waangubateef hileetin bayee gammadde. Hammaa hardhaatu Roobiin sodaa ibbiddatif jedhe bishaan irraa hinfagaatu.

兔子终于报了仇,他高兴坏了;直到现在,河马也不敢离河岸太远,因为她害怕又要被火烧。


作者: Basilio Gimo, David Ker
插图: Carol Liddiment
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 2级
出处: 原文来自非洲故事书Why hippos have no hair
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF