下载 PDF
返回故事列表

Zaamaan nama guddaa dha! 赞玛很棒!

作者 Michael Oguttu

插图 Vusi Malindi

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 2级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Obbolessi koo xiinaan hamma guyaati rafa. Ani nama cimaa waanan ta’eef ganamanan ka’a!

我弟弟睡过头了。我很早起床,因为我很棒!


Ani nama addu heyamaa kennu dha.

是我让阳光透进来。


“At Urjii ganamaa kooti” jette harmeen kiyya.

妈妈说:“你是我的晨星”。


Ufumafan dhiqadhaa nama biraa hinbarbaadu.

我自己洗澡。我不需要帮忙。


Bishaan qabbana’a fi folii saamunan hinsodadhu.

冷冷的水和臭臭的蓝色肥皂对我来说不算大事。


Harmeen, “ilkaan kee hindagatin nanjetti” Anis immo, “Lakki, gonkumayyu!”

妈妈提醒我:“别忘了刷牙。”我回答:“怎么可能,我不会忘记的!”


Saana boodaa akakkayuu fi aadaada koon naga gaafadha.

洗好了以后,我跟爷爷和姑妈打个招呼,向他们问好。


Sanaa booda uffata kook nanufadha.” Ani amma goddadheera harmee” jedhan.

然后我自己穿好衣服。“妈,我已经长大了!”


Kophee hidhaachufi qulfii qulfachuu nandanda’aa.

我会自己扣好衣扣和鞋子。


Sanaa booda wa’ee mana barnoota obbolessa kooti hima.

在上学的路上我跟弟弟说学校的所有消息。


Kutaa kessatis akka garidhanan barnoot koo hordofa.

上课的时候我认真学习。


Guyyaa hundaa wantoota garii kanan hojadha. Kessumaa garuu kubbaa milaa taphachuun jalladha!

我每天做这几件好事。可是我最喜欢做的是玩玩玩!


作者: Michael Oguttu
插图: Vusi Malindi
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 2级
出处: 原文来自非洲故事书Zama is great!
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF