下载 PDF
返回故事列表

Namicha baayyee dheeraa 一个很高的人

作者 Cornelius Gulere

插图 Catherine Groenewald

译文 Siyane Aniley

语言 奥罗莫语

级别 2级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Qottoon isaa baayyee gabaabdu dha.

他的锄头太短了。


Balballi mana isaa baayyee gabaabdu dha.

他的门口太低了。


Sireen isaa baayyee gabaabdu dha.

他的床太短了。


Biskileettiin isaa baayyee gabaabdu dha.

他的自行车太短了。


Namichi kun baayyee dheeraa dha!

这个人太高了!


Qottoo dheeraa hojjate.

他做了一个很长的锄柄。


Balbala dheeraa hojjate.

他做了一个很高的门框。


Siree isaa baayyee dheeraa godhe.

他做了一张很长的床。


Biskileettii dheeraa bitate.

他买了一辆很高的自行车。


Barcuma baayyee dheeraa irra taa’e. Maankaa baayyee dheeraa dhaan nyaata isaa nyaate.

他坐在一把很高的椅子上。他用一把很长的叉子吃饭。


Mana isaa gadhiisee, bosona keessa jiraate. Umurii dheeraa jiraate.

他离开他的房子住进一个很大的森林里。他在那里住了很多年。


作者: Cornelius Gulere
插图: Catherine Groenewald
译文: Siyane Aniley
语言: 奥罗莫语
级别: 2级
出处: 原文来自非洲故事书A very tall man
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF