下载 PDF
返回故事列表

Guyyan gara magaala deeme 离家进城的那一天

作者 Lesley Koyi, Ursula Nafula

插图 Brian Wambi

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 3级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Bakki dhabbata atobusaa xinnan ganda kenyaa namafi konkolatootan dhiphatee jira. Kanarra hafee wanti fe’amu qabu bayee tu lafa jira. Namooni tikeeti gurguran konkolatoota iyyan.

在我生活的村庄里,有一个小小的大巴车站。大巴车站虽然小,但是人来车往,非常热闹,地上常常堆满了装载的货物,售票员叫喊着大巴车开往的方向。


“Magaala! Magaala! Gare dhihaa!” jedhe gargaran konkolachisa. Konkolaatan suni kana ani barbaadu ture.

我听到售票员喊“进城啦!进城啦!往西去!”这就是我要乘坐的大巴车。


Atobisiin magaaladha bayee guutee jiraa namni garu yabbachuuf ifaaja. Namonni tokko tokko meshaa isaani konkolaata jalatti fe’atan. Namonni kuni immo kessa kayaatan.

进城的大巴车几乎坐满了,但是人们还是不停地往里面挤。一些人把行李放在车顶,还有一些人把行李放在车厢里的架子上。


Imaltooni harenyi tiikeetiissani cimsani qabatanii lafa teesuma barbadatan. Dubartoonii da’imaa qabana imala isaanif mijeesan.

刚上车的乘客们紧紧地抓着他们的车票,在拥挤的车厢里寻找座位,带着小孩的妇女们都坐得舒舒服服的。


Ani immo dubarti abban mana irradu’ee tokko biran taa’e. Namni nabira taa’e tokko immo borsaa lasticaa hammatee qabateera. Qophee dulomaafi and kootii dulooma uffate waan aare fakkaata.

我挤到了窗边的一个座位里。旁边的乘客紧紧地抓着一个绿色的塑料包裹。他穿着破旧的凉鞋和外套,看起来很紧张。


Fodddaa konkolatatiin gara alaa yeroon qayee koo ittiguddadhe dhisee gara magaala deemuu koon qayyabadhe. Gara magaala gudda deeman jira.

我朝窗外看去,这才意识到,我正在离开我长大的村庄,我要进城了!


Meshaa fe’un xummurame jennan namni hunduu tesso qabatee taa’e. Daldaaltonni karaa gubbaa meshaa isaani gurguruf gara keessati lixan. Namni hunduu waan bituu barbaade gafachaa ture. Wacini sun garuu nadinqisisee.

货物都装载完了,乘客们都坐好了。小商贩们还在努力地挤到车厢里,向乘客们大声叫卖着货物。他们的话听起来怪好笑的。


Namooni tokko tokko yeroo wandhugamu bitatan kuuni immo waandhugan bitatan. Namonni akka anaa kan mallaqaa hinqabne, cal jedhanituma ilaalan.

有一些乘客买了饮料,还有一些乘客买了零食,正准备拆开来吃。像我一样没有钱的人只能看着。


Sochiin suni garu kalaksii konkolaatatin addan citee. Gargaaran konkolaachisaa daldaltootan bu’aa jedhe itti iyyee.

大巴车滴滴叫了两声,要开了,小商贩的活动戛然而止。售票员喊着,赶他们下车。


Daldaltonni dafan waldhibanii bahan. Tokko tokko deebi namootaf kenan. Kuuni immo daqiqaa isaa dhumaatitis gurguirf yalaan.

小商贩们推推搡搡下了车。一些人还在忙着找零钱,还有一些人赖着想最后再做点生意。


Akkuma atobisin bakka dhaabbate ka’ee, gara foddatin allatin ilaale. Akkam godheen gara gandaa kiyyaa deebi’aa jdheen yaadee ture.

大巴车缓缓离开了车站,我看着窗外,不知道今后会不会有机会回来了。


Akkuma imalli ittifufen, konkolaata kessa bayee o’ee. Ejjaa koo cuffen rafuu barbaade.

旅程渐渐展开,车厢里慢慢热了起来,我闭上眼睛,想小睡一会儿。


Samuu koo garu gara maana yaada. Harmeen koo nangan turtii moo? Hiiletiin kiyya gatii baftui ta’a? Obbolessi koo iyyiba sana yadatee bishan obaasa laata?

但我的思绪却飞回了家。我的妈妈安全吗?我的兔子会卖了赚钱吗?我的弟弟会帮着给小树苗浇水吗?


Osoon deema jiru lafa essumini koo jiru magaala sana kessati yaadadhee. Hiribaa kessatin kufatin deeema.

在路上,我努力记住我叔叔在城市里的地址。我迷迷糊糊地说着地址,沉沉地睡去。


Sa’ati sagal booda, sagalee cimaa gara ganda kessani deebi’a jedhu dhagahe. Borsaa koo qabbadheen konkolaata kessa utalee bahe.

过了九个小时,我被售票员的叫喊声吵醒了,他在喊乘客坐车回村庄。我一把抓住我的包,跳下了车。


Konkolaatan gara ganda deebi’u dafee gutee. Dafee garaa bahaa qajelee. Rakkinnii cimaan kiyyaa akkam godheen mana essuma kiyya akkan itti argadhu yaadu ture.

回程的大巴车很快就坐满了,不久就要开回东边的村庄去了。对我来说,现在最重要的事情就是找到我叔叔的家。


作者: Lesley Koyi, Ursula Nafula
插图: Brian Wambi
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 3级
出处: 原文来自非洲故事书The day I left home for the city
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 4.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF