下载 PDF
返回故事列表

Ilimo harre 驴孩子

作者 Lindiwe Matshikiza

插图 Meghan Judge

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 3级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Bocca dinqisiisa kana kanagarte muccaayyo xinno tokko turte.

有个女孩最先发现了远处有个奇怪的身影。


Akka boccni suni itti dhihateen, dubartii ulfa gudda qabdu ta’uu ishee barame.

那个身影越靠越近,她看清楚了,那是一个快生孩子的妇女。


Salffattu garu muccatin goota tate tuni gara dubartitti hiqixee akkan jetteen, “Dubarti tana walwajjiin turuu qabna,” namooni ishes kana murtesan.” Dubarti kanafi da’imaa ishees hala gariin tursisina.”

女孩有点儿害羞,但她还是勇敢地走上前去。和女孩随行的人们说:“我们必须和她呆在一起,我们必须保护她和她的孩子。”


Yerooma sani dam’immichi dhufe. “Dhibi!” “Uffta halkani fidaa!” “Bishan!” “Dhhhiiiiiiiiibaa!!!”

孩子很快就要降生了。“用力啊!”“快拿毯子来!”“水!”“再用点力!”


Yeroo da’imaa dhalate argan, namni martu nahee dubbati utale, “Harree?!”

当他们看到孩子时,所有人都吓了一跳,“一头驴?”


Namooni walmormuu calqaban, “Dubarti kanafii da’imma ishee akka garitti qabna jenne waliigallee jirra.” Jedhe namooni tokko tokko. “Garu hiree badaa nutti fidu jedhu kunimo!”

大家七嘴八舌吵起来。一些人说:“我们说过要保护母亲和孩子的,我们必须这样做。”但是还有一些人反驳说:“但是他们会给我们带来厄运。”


Dubartittin amma illee qophaa isshe taate. Da’imaa rakkisaa kana waangotuu walaaltee. Esse akka deemitu wallalte.

妇女发现自己又孤零零一人了。她不知道该拿这个奇怪的孩子怎么办,她也不知道自己该怎么办。


Dhummarati da’immichi kana ishee akka ta’eefi isheenis hadha akka ta’et fudhate.

最后,她决定接受这个孩子,做他的妈妈。


Da’immichi otto akkuma sanatti jiratee garii ture. Garuu da’immni harree kun dafee guddata dugda hadhii ti ol ta’e. Ammalli isaas akka amala namaa ta’u hindandenyee. Harmeen isas yeroo hunda dadhabdde isaa nufatti. Yeroo tokko tokko hojii beellada hojadhu jetiin.

如果这个孩子一直这般大小,不长大的话,一切都会变得不一样。但是这个驴孩子越长越大,现在他再也不能趴在妈妈的背上。无论他多么努力,他始终不能像人类一样。他的妈妈累了,放弃了。有时候,她让他做一些动物会做的工作。


Harrichillee aarifi cinqaan sammu isaa haddoche. Hojii ittikenname tokko iyyu hindandeenyee. Gaftokko bayee aare harmee isaa dhitee lafatti kuffise.

驴孩子感到迷茫,也很生气。他这个也不能做,那个也不能做。他不能这样,也不能那样。有一天,他太生气了,一脚把他的妈妈踹到地上。


Harrichi bayee salfate. Hamma danda’ee tokko figichan faggate deeme.

驴孩子羞愧极了,他逃跑了,跑得越远越好。


Yeroo inni figicha dhabu, halkan wantureef harreen kara bade. “Hii haaw,” jedhe dukkanti iyye. “Hii haaw?” jedhe dukkani itti debisee. qophaa isaa ture. Otto figgu bolla kessati kufe.

当他停下来的时候,天已经黑了,驴孩子迷路了。他在黑暗里哼哼,“咴咴”,黑暗中传来了回声,“咴咴”。他孤零零的一个人,卷成了一团,心中充满烦恼,沉沉地睡去。


Harren olka’ee nama dulooma ija itti basu arge. Gara jarsa kana ilaale abdi xinno argate.

驴孩子醒了,他发现有个老人低头盯着他。他看着老人的眼睛,感觉到了一丝希望。


Harriche deeme jarsaa wan bayee isaa barsisee kan wajjiin jirachuf murtesse. Harrichis bayee dhagefate, barates. Walgargarin wajiin kolfaa jiratan.

驴孩子和老人住在一起,老人教会他很多生存的本领。驴孩子认真地听着,学得很快。老人也学了很多。他们互相帮助,遇到开心的事情就一起哈哈大笑。


Guyyaa ganama tokko, jarsichi harreen akka gara gaara gubbaa baate isaa kahuu gaafate.

一天早上,老人让驴孩子带他到山顶。


Samii gubba yeroo gahan hiribin isaan fudhatee. Harrich abjuudhan harmeen isaa dhukubsachuu ishee arge. Kanaafu damaqee ka’ee…

他们登上山顶,环绕在云雾中,睡着了。驴孩子梦到他的妈妈生病了,正在呼唤他,然后他就醒了……


Dummessi suni hiriyaa isaa wajjiin bade. Jarsaa wajjiinis bade.

……云雾消失了,他的朋友——那个老人——也消失了。


Harrich boode wangodhu qabu baree.

驴孩子终于知道要做什么了。


Harren hadha isaa mucaa isheetif bochu argge. yeroo bayee eega wal illalani booda walhamatan waldhungatan.

驴孩子找到了他的妈妈,她孤零零一个人,正在为走失的孩子伤心。他们互相打量了很久,然后紧紧地抱在了一起。


Ilmooni harre tifi harmee isaa wajjiin guddatani walwajjiin nagan jiratan. Suuta suuta maatiin nannoo isani jirus hala tasgabayeen jiraachu calqaban.

驴孩子和妈妈住在一起,慢慢长大,学会了如何共同生活。渐渐的,其他的家庭也搬到他们附近,住了下来。


作者: Lindiwe Matshikiza
插图: Meghan Judge
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 3级
出处: 原文来自非洲故事书Donkey Child
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 4.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF