下载 PDF
返回故事列表

Lukkuu fi Dhimillee 鸡和千足虫

作者 Winny Asara

插图 Winny Asara

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 3级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Lukkuu fi Dhimilleen hiriyota turan. Garu yeroo hundaa waldorgomuu. Gaftokko kubbaa milaa taphachuufu enyu akka cimaa ta’ee baruu barbadan.

鸡和千足虫是好朋友,但是它们又互相竞争。有一天,它们决定进行一场足球比赛,看看谁是最棒的球员。


Gara dirree kubbaa milaa deemani dorgommi calqaban. Lukkuun cimaa turtee garuu Dhimilleen immoo nicaalti. Lukkuun kubbaa faagesitee rukkutee garu Dhimilleen ishee calte. Lukkuun garuu aaru calqabde.

它们去了球场,开始比赛。鸡跑得飞快,但是千足虫跑得更快。鸡把球踢得很远,但是千足虫踢得更远。鸡开始有点闷闷不乐。


Kubbaa dahinsaa taphachuu murteesan. Yeroo dura, Dhimilleen galchii eegidu taate. Lukkuun tokko qofa galchite. Sana booda marroo lukkuu ture offira eegachuun.

最后,它们决定来一场点球大战。第一轮中,千足虫当守门员,鸡只拿到了一分。然后,在第二轮中,鸡做守门员。


Dhimilleen kubbaa rutkutee goalli galchiite. Ammaille Dhimellen nigalchite. Walumaa galatii shan galchitee.

千足虫猛地一踢,球进了。千足虫运球飞快,又进了一球。千足虫跳起来,打了个头球,又得了一分。千足虫一共得了五分。


Lukkuun waan moo’amteef bayee aarte. Dhimilleen bayee gammadde gatii hiriyaan ishee moo’atamtef.

鸡输了,它很生气。千足虫哈哈大笑,因为它的朋友输了球,就无理取闹。


Lukkuun gara malee aarte afaan ishee bantee Dhimillee liqimsitee.

鸡生气极了,它张开嘴,一口把千足虫吞了下去。


Yeroo gara mana ishe deemitu, lukkuun harmee Dhimillee kara irrati qunamtee. Hatii Dhimilleenn akkan jettee gaafate, “Mucaa kiyaa agartee?” Lukkuun homaa hinjenne. Harmeen Dhimillee bayee yaddee.

鸡回家的路上,遇到了千足虫妈妈。千足虫妈妈问它:“你看见我的孩子了吗?”鸡什么都没说,千足虫妈妈很担心。


Kana booda harmeen Dhimillee sagaale akkan jedhu dhagechee,” Harmee koo nadhaqbii,” Harmeen isshes nannoo sana haalan ilaalte. Sagaaleen suni garaa lukkuu kessaa dhufaa ture.

千足虫妈妈突然听到了一阵微弱的声音:“快帮我,妈妈!”千足虫妈妈看了看周围,仔细地听着,声音是从鸡身体里传出来的。


Harmeen Dhimillee akkan jette iyyite, “Humna kee addati fayyadam mucaa koo!” Dhimilleen hafuraa gadhee fir dhamdham badaa umuu nidnada’u. Lukkuun dhukibsachu calqabde.

千足虫妈妈大喊道:“快用你神奇的能力!”千足虫会产生一种很难闻的味道,会让鸡觉得很恶心。


Lukkuun hafura badaa gadibasu qabdee. Liqmisite deebitee uftee. Eegasi haxifate qofaate. Dhimilleen bayee jibisisaadha.

鸡打了一个嗝,咕噜咕噜要吐了,又是打喷嚏又是咳嗽。千足虫太恶心了!


Luukkuun hamma Dhimilleen garaa kessaa bahute qufaate. Harmeefi Dhimilleen wajjiin muka korani dhokatan.

鸡不停地咳嗽,直到把千足虫从胃里咳了出来。千足虫妈妈和孩子赶紧爬上树,藏了起来。


Yeroo sanirraa qabee, lukkuuwanufi dhimilleen diina ta’an.

从此以后,鸡和千足虫就变成了敌人。


作者: Winny Asara
插图: Winny Asara
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 3级
出处: 原文来自非洲故事书Chicken and Millipede
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF