下载 PDF
返回故事列表

Sirba Sakiimaa 萨可满的歌声

作者 Ursula Nafula

插图 Peris Wachuka

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 3级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Sakiimaan warra isaatifi obbolette isaa ishee waggan afuri walin jirata. lafa namaa soressa tokko gubbaa jiratan. Manii citaa isaani mukkenin marfamtee jiriti.

萨可满和他的父母,还有四岁的妹妹住在一起,他们住在一个富人的土地上,他们的茅草屋在一排大树的后面。


Yeroo umriin Sakiimaa waggaa sidi ta’e kufee iji isaa jaame. Sakiimaan mucaa jimaa ture.

萨可满三岁的时候,生了一场大病,从此,萨可满就看不见了,其实萨可满是一个非常有天赋的孩子。


Sakiimaan hojii bayee warri wagga jahaa hihojjane hojata. Fakeenyaaf, maanggudootii ganda wajjiin taa’e dhimaa cimaa irrati nimari’ata.

萨可满今年六岁,他会做很多同龄的男孩不会做的事情,比如,萨可满能和村里的老人坐在一起讨论重要的事情。


Matiin Sakiimaa mana nama sorressaa kessa hojaatan. Isaanis ganamaan bahanii galgal galu. Sakiimaa obboleti isaa wajjiin manatti dhisanii deeman.

萨可满的父母在富人的家里工作。他们每天早出晚归,萨可满就和妹妹呆在家里。


Sakiimaan sirba sirbu jalata. Gaftokko harmeen isaa akkan jete isa gafatte. “Sakiimaa sirboota kana isaa barratee?”

萨可满很喜欢唱歌。有一天,他的妈妈问他:“萨可满,你从哪儿学了这些歌?”


Sakiimaanis debise, “Sirbonni akasuman dhufeu, harme. Sammuu kootin dhaggefadhen isaan sirba.”

萨可满回答说:“它们就这样出现在我的脑海里,我想到了这些歌,就把它们唱了出来。”


Sakiimaan obboletti isaatif sirbu jalata, kessaa yeroo isheen aarte. Obbolettin isaas nidhagefati. Isheen suta jette sirbitti.

萨可满很喜欢给他的妹妹唱歌,特别是她肚子饿的时候。妹妹听着萨可满唱他最喜欢的歌,跟着甜美的歌声摆动起来。


“Irra debitee nafsirbuu danadessa Sakiimaa” jete gafate obbolettin isaa.

萨可满的妹妹经常求他:“再唱一次吧!”萨可满唱了一遍又一遍。


Galgala tokko warri isaa gara manaa deebi’anii, cal jedhanii ta’an. Sakiimaan wanti tokko akka ta’ee nibeeka ture.

有一天晚上,萨可满的父母回到家以后一句话也不说。萨可满知道一定发生了什么不好的事情。


“Maltu badee abba koo, harmee ko?” jedhe gaafate Sakiimaan. Sakiimaan mucaan nama soressa sani badee jira. Namitichis qophaa isaa wanta’ef aare ture.

萨可满问爸爸妈妈发生了什么事,他这才知道,原来富人的儿子失踪了,富人孤单一人,很伤心。


Sakiimaanis “Ani sirbuuf nandanada’a innis nigamada,” jedhe warra isaati hime. Garuu warri isaa yadaa kana hinfudhanne, “Inni bayee soressa. Ati mucaa jamaa dha. Siribi kee waan isan gargaaru sittifakkataa?”

萨可满对父母说:“我可以给他唱歌,这样他就会高兴起来了。”但是萨可满的父母不喜欢这个主意:“他很有钱,而你只是一个看不见的小男孩。你以为你的歌声会帮到他吗?”


Hata’uu malee, Sakiimaan shakkali isaa ittumma fufee. Obbolettin quxussun isaas isaa gargaarte. Akkam jette, “siribi Sakiimaa yeroon anigadee bayee nagaragar. Haluma kanan nama soressa kanas nigargaara.”

但是萨可满没有放弃,他的妹妹也鼓励他。她说:“萨可满的歌声能赶走饥饿,他肯定也能安慰富人。”


Guyyaa ittianu, Sakiimaan obbolettin isaa gara mana namtichaa soressa itti agarsiistu gafatee.

第二天,萨可满让他的妹妹带他去富人的房子。


Foddaa guddaa tokko jala dhaabatee sirbuu calqaabe. Suuta jedhe mataan namtichaa soressa gara foddaati muldhatee.

他站在一扇大窗户的下面,开始唱他最喜欢的歌。慢慢的,富人的脑袋从窗户里伸出来。


Hojjatonni hojii isaani nidhaaban. Isaanis sirba bareeda Sakiimaa dhageefatan. Namtichi too akkan jedhe, “Namni tokko iyyu hoggana keynaa sabbarsisu hindanada’u. Mucaan jamaa kuni waandanda’u ittifakkataa?”

工人们停下了工作。他们仔细地听着萨可满唱歌。有一个人说:“从来没有人能安慰老板,这个看不见的男孩觉得他可以做到吗?”


Sakiimaan sirbaa siaa xummure jenaan deeme. Namitichi sooressi suni gadii bahee, “Mee irraa deebi’i sirbi adaraa.”

萨可满唱完了,准备离开。富人跑出来,说:“请再唱一遍吧!”


Yerooduma san namni lama nama wahi sireedhan bataani dhufan. Mucaan nama soressa sana rukkutame karaa gubbaa irratti gatamee argan.

就在那时,两个人抬着担架走来了,担架上是富人的儿子!他们发现这个人被打得面目全非,躺在路边。


Namni soressi sun mucaan isaa agrachuu isaatin bayee gammadee. Sakiimman wan isaa sabbarsiseef badhaasa laatef. Sakiimaa fi mucaa issaa gara mana yaalla gessee.

富人很高兴儿子找回来了。为了感谢萨可满安慰他,他把萨可满和他的儿子一起送到了医院,萨可满很快就会恢复视力了。


作者: Ursula Nafula
插图: Peris Wachuka
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 3级
出处: 原文来自非洲故事书Sakima's song
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 4.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF