下载 PDF
返回故事列表

Noziibele fi rifeensa saddan 诺孜贝儿和三根头发

作者 Tessa Welch

插图 Wiehan de Jager

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 3级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Yeroo duri, dubarri sadii qoraan guruu deeman.

很久很久以前,有三个女孩,她们一起外出找柴火。


Guyyaa ho’aa waantureef bishan daakuf gara lagaa deeman. Bishaan daakaa, walti naqaa bayee taphaatan.

天很热,她们跳下河游了个泳。她们一边游泳,一边嬉戏,溅出很多水花。


Akka tasaa akka guyyaa ta’ee baran. Daddafanii gara qayee isaani deebi’an.

突然,她们意识到天已经很晚了,匆匆忙忙赶回村子。


Yeroo gara maanatti dhihatan Noziibele harkaa ishee mormaratti kayyachuu ishee argan. Amartii morma ishee gatte turte! “Adaraa nawajjiin dubbati debi’aa” jette isaan kadhatte. Garuu hiriyyoni ishee yeroon barbacha akka darbee ittihiman.

当她们快到家的时候,诺孜贝儿摸了摸她的脖子:她把项链落在了外面。于是她请求她的朋友们:“和我一起回去找找吧!”但她的朋友们都说太晚了。


Kanaafu Noziibelen gara laggati deebite. Amaarti ishee argatee jennan gara mana dafte galatee. Garu dukkanni ishee karairra dhoske.

诺孜贝儿一个人回到河边,一找到了项链,就赶忙回家,但天太黑了,她迷路了。


Fageenyati ifaa mana kessa argite. daftee gara manichaa deemte balbalaa isaani rukkute.

她远远地看见有个小木屋,木屋里有一丝光亮。她跑到木屋门口,敲了敲门。


Akka ajaa’iba sareen mana bantee akkan jetten, “Mal barbaadee?” Karaan bade lafa cisuun barbaadaa jeteen, Noziibelen. “Seeni yookeen anii ciniina,” jetten sareen. Kanafu Noziibelen gara manaa sente.

诺孜贝儿吃了一惊,开门的是一只会说话的狗:“你来干嘛?”诺孜贝儿说:“我迷路了,我要找个地方睡觉。”狗回答说:“进来吧,不然我就咬你!”然后诺孜贝儿就进了屋。


Sana booda sareen akkan jette, “Nyaata naf qopheesi!” “Garu ani sareedhaf qophesee hinbeeku” jetteen sareen. “Nyataa qopheesi yookin cincinnina” jetteen sareen. Kanafu Noziibele nyaataa xinno sareef qophesitee.

狗说:“给我做饭!”诺孜贝儿回答说:“但我从来没有给狗做过饭。”狗说:“快做饭,不然我就咬你。”诺孜贝儿没办法,只能给狗做了一些吃的。


Kanati ansuudhan sareen, “Lafa cisiichaa natolchi,” jetten sareen. “Sareedhaf goonkumayuu lafaa cisiichaa qopheesu hinbeeku,” jetten Noziibele. “Cisiichaa natolchi yookin cincinnina,” jedheen sareen. Kanaafu Noziibele lafaa cisichaa tolchitef.

狗说:“给我铺床!”诺孜贝儿回答说:“但我从来没有给狗铺过床。”狗说:“快铺床,不然我就咬你。”诺孜贝儿没办法,只能给狗铺了床。


Guyyaa hundaa sareef nyaatafi mana qopheesu qabdi. Gaftokko sareen akkan jette, “Noziibele, ani hardha hiriyoota kiyyan gaafachu dhaqaa mana kana tolchi, nyaata qophesi, otto ani hindebi’in dura wantoota kiyyaa nafqulqulessi.”

诺孜贝儿每天都要给狗做饭,打扫屋子,洗衣服。有一天,狗说:“诺孜贝儿,我今天要出门见朋友。在我回来之前,你要打扫好屋子,做好饭,洗好衣服。”


Akkuam sareenn gara imala deemiteen, Noziibelen rifeensa sadi ofira luqistee. Rifeensa tokko siree jala, tokko immo balbala duuba, fi isaa kan immo kiraala kessa goote. Eegasi gara mana ishee dadftee figde.

狗一走,诺孜贝儿就从头上拔了三根头发下来。她把一根头发放在床下,一根放在门背后,还有一根放在篱笆上。然后诺孜贝儿用尽全力跑回了家。


Sareen yeroo deebi’u, Noziibele barbaade. “Noziibele, isaa jirtaa?” jedhe. “Ani asna jira siree jala,” jedge rifeesi duraa.” Ani asna jira, balbalaa duuba,” jedhe rifeense lammata.” Ani kiraala keessan jira,” jedhe rifeense saddafan.

当狗回到家的时候,它开始找诺孜贝儿:“诺孜贝儿,你在哪里?”第一根头发说:“我在这儿,在床底下。”第二根头发说:“我在这儿,在门背后。”第三根头发说:“我在这儿,在篱笆上。”


Sanaa booda Noziibelen akka isaa goyyomsite bare. Dafee garaa ganda isheeti figee. Garuu obbolegni Noziibele olee gurguddaa qabatanii eegachaa jiru. Sareenis gara mana isaa figee debi’ee lammata gandaa sanatti hinmuldhanne.

狗明白了诺孜贝儿耍的花招。它一路跑到诺孜贝儿的村庄,但是诺孜贝儿的兄弟们正拿着棍子等着它呢!狗见状不妙,赶紧跑开了,从此再也没人见过它。


作者: Tessa Welch
插图: Wiehan de Jager
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 3级
出处: 原文来自非洲故事书Nozibele and the three hairs
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF