下载 PDF
返回故事列表

Muzaa Akko 奶奶的香蕉

作者 Ursula Nafula

插图 Catherine Groenewald

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 4级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle ana akka sirritti najalatu nanbeeka. Ana yeroo bayee gara mana isheeti naaferiti. Icciti xinnos natti himitee jirti. Iciittin tokko garu nijira kan isheen natti hinhimini. innis;” Muzaa akka issa argatudha.”

奶奶有一座美丽的大花园,里面种满了高粱,杂谷和木薯,但里面最棒的是香蕉。奶奶虽然有很多孙子孙女,但我心里知道她最喜欢我。她常常邀请我去她家,告诉我一些小秘密。但是有一个秘密,她从来没有告诉我,那就是她催熟香蕉的办法。


Gaftokko kircaata gudda tokko mana akko kiyya duratin arge. Yeroon fayidaa isaa gafadhu, deebiin isheedha; “Kircaata falfalati,” nanajette. Kircaata sanati anna balaa muzaa bayee tu ture. Waansa baruun barbadee, “Akko balli kun malsigodhaa?” jedheen gafadhe. Deebin ani argadhe: “Isaan kun balaa falfalati.”

有一天,我看到奶奶在门外放了一个巨大的麦秆编成的篮子。我问奶奶这是做什么的,奶奶却只说:“这是我的神秘篮子。”篮子旁边放了几片香蕉叶子,奶奶把叶子来回翻动。我很好奇,问奶奶:“这些叶子是做什么的?”奶奶却只说:“这是我的神秘叶子。”


Akko, muzaa, bala muzaa, fi Kircaata magraa ilaalu bayee gemechisaadha. Garu akkon wabalesse jennan gara harmee koti na’ergite.” Akko me yeroo ati qophesitu ya ilaalu....” “Dubbi namani sinjedhu dhagahi akkan ani sinjedhe godhi” Jete didde akkon. Anis figeen demee.

我好奇地看着奶奶,香蕉,香蕉叶子还有那个巨大的麦秆编成的篮子。但奶奶却把我打发到妈妈那儿跑腿。我求奶奶:“让我留下来看一看吧!”奶奶却坚持说:“别固执了,按我说的去做。”我只好跑开了。


Yeroon debi’uu akkon ala qofaa ishee techi. “Akko kircaani esssa, muzuni ho?” Deebin ishee garu, “Hundi isani lafa falfala kiyya jiran.” Bayee nama aarsa.

当我回来的时候,奶奶正坐在外面休息,但是篮子和香蕉都不见了!我问奶奶:“篮子去哪儿了?香蕉去哪儿了?还有那些……”奶奶却说:“它们都在一个神秘的地方。”我太沮丧了!


Guyyaa lama booda akkon ulee ishee mana cisiicha isheeti akkan fidhuf nagafate. Akkuman mana seenen foliin muzaa bilchaata na hawwate. Gara boroo kessa immo Kircaani marga akko kootii nimuldhata. Uffata halkani duloomadha maramee jira. Olkaseen folii hawwataa sana dhamdhamee.

过了两天,奶奶让我从她的卧室拿拐杖给她。我一打开门,就闻到了熟香蕉的味道。原来奶奶的神秘篮子就放在卧室里!它上面盖了一条旧毯子,我掀起毯子,使劲地闻着那香味。


Sagaleen akko kiyya nanaasise yeroo isheen “Mala gootaa,” nanajete. “Dafi ulee sana nafidi,” nanjete. Anis dafeen ulee ishee fidef. “Maf kolfitaa” jette nagafate. Gaffin ishee akkan wa’ee falfal ishee kananti akkan kolfuu nayadachisee.

奶奶喊我的时候,我吓了一跳:“你在做什么?快把我的拐杖拿来。”我赶紧把拐杖拿出去给奶奶。奶奶看着我,问:“你在笑什么?”我这才意识到,我还在因为发现了这个神奇的秘密窃笑着。


Guyyaa itti aanu yeroo akko harmee koo ilaalu dhufte, gara mana ishee figeen akka muzaan suni bilchatee ilaale. Muzaan bilchaate bayeen argee. Tokko fundheen wandaboo ko kessa kayyadhe. Eegan Kircaata uffisee gara alaa baheen muzaa nyaadhe. Bayee mi’aawaa ture.

第二天,奶奶来看我妈妈,我又跑到奶奶家去偷看那些熟香蕉。有一把香蕉已经非常熟了。我采了一根香蕉,把它藏在我的裙子里。我小心地盖好篮子,跑到房子后面,偷偷地把香蕉吃了:这是我吃过的最美味的香蕉!


Guyyaa itti aanu yeroo akkoon oddo kessa hojjattu, ani suuts jedheen, muzaa fudheen quchisee. Hundi isaanitu bilchataniru. Afaraan isaani fudheen sokkee. Suuta jedhe gara balbalaa deemurree sagalee akko nanadhagah ture. Akkuma ta’eeti muzaa dhoksee gara allati gadi bahee.

第二天,我趁奶奶在花园里摘蔬菜的时候,偷偷跑进房间,去看那些香蕉,香蕉差不多全都熟了。我禁不住诱惑,拿了四根香蕉。我踮起脚离开房间,听到奶奶在咳嗽。我把香蕉藏在裙子下面,若无其事地走开了。


Guyyaan itti aanu guyyaa gaba’a ture. Akkon ganamaan kaate. Yeroo hundaa muzaa nilchaatafi Kazava gara gabbati kessitee gurgurti. Guyyaa sana ishee argudhaf hinmuddamne. Garu ishee malee yeroo bayee jirachu hindanda’u.

第二天是奶奶赶集的日子。奶奶很早就醒来了,她把成熟的香蕉和木薯运到集市上去卖。我那天没有急着去看她,但我知道,我不可能永远躲着奶奶。


Galgaltu guyyaa sana abbaa, harmee kotifi akko kotinin wamame. Malif akka ta’e bareen ture. Galgala sana yeroon rafu lammata akkan waantokko illee hinhanne bareen nama tokko irrayu.

那天傍晚,我被爸爸、妈妈和奶奶叫过去。我知道他们为什么找我。那天晚上,当我上床睡觉的时候,我知道我再也不会偷东西了,不偷奶奶的,不偷爸妈的,不从任何人那里偷东西。


作者: Ursula Nafula
插图: Catherine Groenewald
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 4级
出处: 原文来自非洲故事书Grandma's bananas
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF