下载 PDF
返回故事列表

Ayyaana akko wajjiin 和奶奶一起过暑假

作者 Violet Otieno

插图 Catherine Groenewald

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 4级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Odongo fi Apiyoon abba isaani wajjiin magaala kessa jiraatu. Ayyaana dhufa jiruu hawwidhan eeggachaa turan. Manni barumsaa waan cufamef oto hinta’in akkoo isaani bira waandemanif. Akkoon isaanis lafa qurxxumin itti argamu haroo tokko bira jiratan.

欧东格、阿皮尤和他们的爸爸一起生活在城市里。他们非常期待过暑假,因为那个时候他们不用去学校,而且他们还可以去看奶奶。他们的奶奶住在一个渔村里,靠近一片很大的湖泊。


Odongo fi Apiyon bayee gammadan sabaaban isaas akkoo isaani wanargatanif. Guyyaa tokko dura imala gara ganda ishee godhamuf qopha’an. Hirribnis oto isan hinfudhatin halkan guutuu wa’ee ayyannichaa hasa’a bulan.

欧东格和阿皮尤又要去看奶奶了,他们非常高兴。前一天晚上,他们整理好了自己的行装,准备踏上前往渔村的旅程。他们晚上睡不着,整晚都在讨论这个暑假。


Barii sana konkolaata abbaa isaanitin deeman. Karaa isaani gubbatti benensoota daggalaa, garreen fi masii shayi bira kutani dhaqan. Imalaa isaani gubbtais sirbaa deeman.

第二天凌晨,他们坐着爸爸的车前往那个渔村。他们开过了山丘,路上看到了很多野生动物,经过了几个茶园。他们唱着歌数着路上的车辆。


Yeroo muraasa booda hirribini isaan fudhatee rafan.

过了一会儿,孩子们累了,就在车里睡着了。


Yeroo gandaa gahan abban isaani hirribarra isan kaase. Yeroo ganda sana gahan Akkoon isaani Nyar-Kanyadan muka jala afaa afatee ciiftee jirti. Nyar-Kanyada jechuun itaala ummata Kaynada jechuu dha. Dubarti barredu fi cimtuu turtee.

当他们到达那个渔村的时候,爸爸把欧东格和阿皮尤叫醒了。他们发现他们的奶奶——尼亚·坎亚达——在树荫里铺了一块垫子,正坐在上面休息。在当地的语言里,这个名字的意思是“坎亚达人民的女儿”。她是一个坚强美丽的女性。


Nyar-Kanyadan sibaafi gammachuudhan isaan fudhaate. Akkakileen ishees kennaa magaalaa irra fidan kan akkoo isaanitif laatudhaf baye gammadan. “Dura kennaa ko banaa jette Odongon.” “Lakki kiyya duraa banaa,” jedhee Apiyoon.

尼亚·坎亚达欢迎他们来到自己的家里,和他们一起快乐地唱歌跳舞。他们的孙子也很高兴地把他们在城里买的礼物送给她。欧东格和阿皮尤吵着要奶奶先打开自己的礼物。


Eegaa kenna sana bantee booda, Nyar-Kanyadan akaakilee ishee hala ummaa tureen ibifitee.

尼亚·坎亚达打开了礼物后,用传统的习俗祝福了她的孙儿们。


Sana booda Odongo fi Apiyon gara alaa bahani billabillo fi simbrroo ari’aa taphatan.

欧东格和阿皮尤跑出去玩儿了,他们追着蝴蝶和鸟儿,在它们后面跑。


Muka gubbaa korani bishaan kessati kufan.

他们还爬树,跳进湖里,溅起了很多水花。


Gara galagalaa gara manaatu irrbataaf debi’an. Oto nyataa hinxummurin hiribinni isan qabe.

天黑了,他们回到奶奶的家里吃晚饭,但他们太累了,还没吃完,就睡着了。


Barii isaa abban isaan ijoole sana Akko isaani birati disee gara magaalaa deebi’e.

第二天,爸爸开车回城了,把孩子们留给奶奶。


Odongo fi Apiyon akkoo isaani hojii manaatin gargaaran. Buphaa fi kuddara sassabudhan gargaaran.

欧东格和阿皮尤帮助奶奶做家务。他们帮奶奶拎水,运柴。他们还帮奶奶从鸡窝里拿鸡蛋,在花园里摘蔬菜。


Nyar-Kanyadan ijoole akakille ishee ugaali fi itto qopheesu barsistee. Ruzza akkati tolchani qurxxummi wajjiin nyatan ittiagrasiste.

尼亚·坎亚达教他们煮乌咖喱,还教他们怎么做和烤鱼一起吃的椰子饭。


Guyyaa ganama tokko Odongon sa’atti akko isaa gara margati ofee. sawaan suni gara masii ollati sente. Abbaan maasii sana bayee Odongoti aare. Bayee isaan lolee. Guyyaa sanairra calqabee gurbichi sanii akka masii namaa hinseene ofegganno gari godhe.

一天早上,欧东格帮奶奶去牧场上放牛,但是牛跑到了邻居的农场上,邻居很生气,威胁欧东格说,要没收了这些牛作为踩坏粮食的赔偿。从那天以后,欧东格很小心,不想再让这些牛惹麻烦了。


Yeroo biraa immo ijoolen Nyar-Kanyadan wajjiin gara gabbayaa deemtee. Isheenis kudraa fi samuna gurgurta qabde deemtee. Apiyon gatii meshaalee himmu calqabe. Ondongonim meeshaale maamiltonni bitan waltiqarqabaa ture.

有一天,孩子们和尼亚·坎亚达一起去集市上。奶奶有一个卖蔬菜、糖和肥皂的摊位。阿皮尤给顾客们报价钱,欧东格帮着顾客打包。


Gara galgalaa shahii chayi wajjiin dhugan. Akkoo isaani maallaqa lakka’udhan gargaran.

这天的工作结束后,他们坐在一起喝茶,帮奶奶数了数这天赚到的钱。


Osoo bayee hinturin yeroon boqqonna isaani dhumee ijoolen gara magaalaa debite. Nyar-Kanyadan odongo dhaf kophii Apiyoodhaf immo shurrabi kenetef. Dhiyana oolchaa isaanif laatte.

很快,假期就结束了,孩子们要回城了。尼亚·坎亚达送给欧东格一顶帽子,送给阿皮尤一件毛衣。她帮孩子们装了点食物在路上吃。


Yeroo abban isaani isaan fudhachudhaf dhufu ijoolen deemu hinbarbanne. Ijoolen Nyar-Kanyadan akka isaani waliin demtu kadhaate. Ishe akka kofuu jette, akkan jetten, “Ani magalaa deemuudhaf bayeen dulomme kanaafu ani asumatin isin eega.”

当爸爸来接他们的时候,他们一点儿都不想走。孩子们求尼亚·坎亚达和他们一起去城里。她笑着说:“我太老了,不适合住在大城市里。我就在这个村子里面等你们,等你们下次再来。”


Odongo fi Apiyon hammatani naggati ta’ii jedhanin.

欧东格和阿皮尤紧紧地抱着她,跟她告别。


Yeroo Odongo fi Apiyon gara mana barumsaa dhaqan wa’ee badiyaa hiriyota isaanit himan. Ijoolen tokko jireenya magaala dansaa jedhani yadaan. kun immo badiyyan dansaa dha jechuu calqaban. Hundi isaani garu Odongo for Apiyon akko dansaa akka qabaan waligalan.

当欧东格和阿皮尤回到学校时,他们把村子里的生活告诉了伙伴们。一些人觉得城市生活很不错,另一些人觉得乡村生活更好。最重要的是,每个人都相信欧东格和阿皮尤的奶奶太棒啦!


作者: Violet Otieno
插图: Catherine Groenewald
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 4级
出处: 原文来自非洲故事书Holidays with grandmother
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 4.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF