下载 PDF
返回故事列表

Waan Vusi waa’ee obboloetti ishe jette 福思的姐姐说了什么

作者 Nina Orange

插图 Wiehan de Jager

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 4级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Guyyaa tokko akkon Vusi waamtee akkan jetene,” Killee kana gara warra keetii gessi. Cidha obboletti keetiif kan ta’ee keekii ittin tolchani.”

一天早上,福思的奶奶唤他过来说:“福思,你带着这个鸡蛋去你爸妈那儿吧!他们要为你姐姐的婚礼做一个大蛋糕。”


Gara mana warra isaa yeroo deemuu, Vusiin namoota fuduraa guran qunnamee. Muccan tokko killee Vusi fudhate mukkati darbe cabsee.

福思带着鸡蛋上了路,他遇到了两个正在采水果的男孩。其中一个男孩抓过鸡蛋,朝着果树扔过去,鸡蛋破了。


“Male gootee,” jedhe itti iyye Vusin. “Killeewan kuni keekii tolchudhafi. Keekiin kunis immp cidha obboletti kiyyatiif. Yoo keekiin jinjiranne ta’ee obboleettin kiyya mal jetti?”

福思哭了:“你做了什么?那个鸡蛋是用来做蛋糕的,这个蛋糕是送给我姐姐结婚的礼物。没了蛋糕,我姐姐会说什么?”


Ojoolen sunis Vusi ashuu isaanitin bayee gaddan. “Waa’ee kille caphee wanti goonu hinjiru garu sinkee obboletti keetif kuno,” jedge mucaan tokko. Vusin deemuu itti fufee.

男孩们觉得很抱歉,他们不应该嘲弄福思。其中一个男孩说:“我们没办法帮你做蛋糕,但是我们这儿有一根拐杖,可以送给你姐姐。”福思带上了拐杖,继续上路。


Karra gubbati namoota lama kan mana ijaaru arge. “Mukka cimaa kana ittifayadamu dandegna,” jedhe gafate tokko. Garuu mukkicha cimaa hinturre ni caphe.

福思在路上碰到了两个造房子的工人。其中一个工人问他:“我们可以借用一下那根木棍吗?”但是木棍不是很结实,它断了。


“Mal gotee?” jedge Vusiin. “Siinqeen suni obboletti kootif kenna dha. Siinqee kana namoota fudraa gurutu nakenne. Sababin isaas kille kiyya waan caphsanif. Keekiin cidhaa obboleti kiyyaf ture. Amma garu, killen hinjiruu, keekiin hinjiriuu, kennanis hinjoruu. Obboletin ko mal nanjet?”

福思哭了:“你做了什么?那根木棍是摘水果的人给我的,因为他们打碎了用来做蛋糕的鸡蛋。那个蛋糕是送给我姐姐结婚的礼物。没了鸡蛋,没了蛋糕,没了礼物,我姐姐会说什么?”


Jarii mana ijartu killee jabsu isaantin dhifama gafatan. “Waa’ee keekii homaa gochuu hindandenyuu garu nama mana ajeru sinif kennina,” jedhe tokkon isaani. Kanafuu Vusi imala isaa ittifufee.

造房子的工人觉得很抱歉,因为他们弄断了木棍。其中一个工人说:“我们没办法帮着做蛋糕,但我这儿有一些茅草,可以送给你姐姐。”福思带上茅草,继续上路。


Otama deemaa jiru Vusin qotee bulaa tokkofi sa’a tokko qunname. Sanis akkan jedhe gafatee, “Malii qacan akkan bareedu kuni, xiqqoxiqqo nyadhuu? Garu qacan bayee mi’aawa waantef sani hunduma isaa nyatee fixxee.”

在路上,福思遇到了一个农民和一头奶牛。奶牛说:“多么美味的茅草啊!我可以尝一尝吗?”但是茅草太美味了,奶牛把茅草全吃光了!


“Malgoote?” jedhe gaafate Vusiin. “Qacan suni obboletti kootif kenna ture. Qaca kana namoota mana ijaarutu nakennee sababini isaas sinqee warri fuduraa guri nakenne narra cabsan. Jarri fudura guru wan killee narra cabsaniif sinqee kana nakennani. Keekiin cidhaa obboletti kiyyaf ture. Amma garu, killen hinjiruu, keekiin hinjiriuu, kennanis hinjoruu. Obboletin ko mal nanjet?”

福思哭了:“你做了什么?那些茅草是给我姐姐的礼物。造房子的工人给了我那些茅草,因为他们弄断了摘水果的人给我的木棍。摘水果的人给了我木棍,因为他们把做蛋糕的鸡蛋打破了。那个蛋糕是给我姐姐结婚的礼物。现在鸡蛋、蛋糕、礼物都没了。我的姐姐会说什么?”


Sani sun sasattun turte. Sa’aati Vusi wajjiin deemte kenna ta’u dansetti. kanafu Vusin sa’ati fundhatee deeme.

奶牛很抱歉,因为它太自私了。农民决定让奶牛跟着福思,作为礼物送给他姐姐。福思继续上路了。


Sa’atiin garuu gara yeroodhuma san gara abba issheti deebite. Vusini gara wallaale. Cidha obboletti isaatif ture.

但是,到了吃晚饭的时候,奶牛跑回农场了,福思也迷路了。他很晚才到姐姐的婚礼上,客人们已经在吃饭了。


“Malan godha?” jedhe Vusin. “Sani suni kenna bakka qaca turte nifigide deemte. Warrai mana ijaaru suni qaca nakennan, sababaa sinqee warra fudura sani cabsaniif. Warri fuduraa guru sinqee nankennan sababini isaas kille narra cabsan. keekiin suni cidhaaf ture. Amma garu, killen hinjiruu, keekiin hinjiriuu, kennanis hinjoruu.”

福思哭了:“我该怎么办?奶牛本来是农民送给我的礼物,因为奶牛吃了建筑工人给我的茅草。建筑工人给我茅草,因为他们折断了摘水果的人给我的木棍。摘水果的人给了我木棍,因为他们打破了做蛋糕的鸡蛋。那个蛋糕是给我姐姐结婚的礼物。现在,鸡蛋没了,蛋糕没了,礼物也没了。”


Obboleetin Vusi yaadde akan jette, Vusin obbolessa kiya, ani waa’ee kennaa bayee hindhphadhu. waa’ee keekiis akkanuma. Hundi kenyaa as jirraa ani bayee gammadeera. Uffataa kee bareeda uffadhuti guyyaa kana hakanjnu.” Vusinis akkasuma godhe.

福思的姐姐想了一会儿,她说:“我亲爱的兄弟,我不在乎有没有礼物。我们今天聚在这里,我就很高兴了。穿上你漂亮的衣服,我们一起庆祝吧!”福思就照着她的话做了。


作者: Nina Orange
插图: Wiehan de Jager
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 4级
出处: 原文来自非洲故事书What Vusi's sister said
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF