下载 PDF
返回故事列表

Magozee 玛格威

作者 Lesley Koyi

插图 Wiehan de Jager

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 5级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Magaala Nyiroobii irraa fagooti ijooleen mana dhabiyyin manaan ala jiraata turan. Guyyaa maraa akkuma dhufite kessumessu. Guyyaa ganama tokko ijooleen kun afaa irra rafanii bulan marachu jalqaban. Akka isaaniti hinqorrinee waan garagaraa boobesanii o’ifatu. Magozeen garee ijoole kana kessa namtokko dha. Magozeenis umriidhan isa xiqqa ture.

在内罗毕这座繁忙的城市里,住着一群流浪的男孩,他们日复一日地活着,从来不知道什么是舒适安逸的生活。一天早上,男孩们从冰冷的人行道上醒来,把他们用来睡觉的毯子叠起来。天太冷了,为了驱赶寒气,他们用拾来的垃圾燃起了一堆火。在这群男孩中有一个人叫玛格威。


Yeroo matiin isaa du’u Magozee waggaa shan qofa ture. Magozeenis essumaa isa wajjiiin jirachuf bira dhaqee. Namni kuni garauu mucaa kanaf bayee hindhimamnee. Magozeedhaf nyataa gahaa hinkenninef. Mucichi garu hojii bayee akka hojaatu godhe.

玛格威的父母过世时,他只有五岁,他搬去跟叔叔一起生活。叔叔从来不关心玛格威。玛格威在叔叔家挨饿受冻,还要干很多体力活。


Yeroo Magozee gaafi kasuu essumina isa isa tumaa. Yeroo immo Magozeen gara mana barnoota nandeema jedhe gaafatu, essumini isaa akan jedhe: “Bayee raata’a waan tateef barumsi sif galu hindanda’u.” Wagga sadi booda Magozee mana essuma isa dhisee deeme. Daandi gubba jirachu calqabee.

一旦玛格威稍有抱怨,叔叔就会对他拳打脚踢。有一次,玛格威问叔叔他能不能去上学,叔叔狠狠地打了他几下,说:“你这傻瓜,用得着上学吗?”玛格威过了三年这样的日子,终于离家出走,无家可归。


Jiruun dandii gubba hamaa ture. Ijooleen waan nyaatan argachuuf bayee dhama’aa turan. Ijollen kun yeroo tokko tokko nihidhaamu, nitumaamus. Yeroo dhibaman namni isaan gargaruu hinturre. Gareen kuni kan jiraatu mallaqa kadhaafi meshaale xixinno gurguratuuni. Jireenya isaani irra caala kan hammesse waldhanis gareen kuni garee biraa wajjiin qabudha.

流浪生活非常艰辛,大多数男孩每天只能混个温饱。他们有时候会被抓起来,有时候会挨打。当他们生病的时候,没有人照顾他们。这群男孩就靠乞讨得来的一点点钱过活,他们有时候也会卖塑料品和旧货赚点钱。有时候别的流浪汉会来找茬,争夺领地,那时候生活就更艰难。


Guyyaa tokko Magozee yeroo qawwaa balfa kessa yeroo ilaalu kitaaba senaa duloomaa tokko argate. Kitaabicha qulqullesse keeshaa isa kessa godhate. Guyyaa sana irra caalqabee kitaabicha banee suraawan adda adda ilaala ture. Kitaabicha akka itti dubbisu hinbeeku ture.

有一天,玛格威正在翻垃圾箱,他找到了一本破旧不堪的故事书。他把书上的灰尘吹走,把书放进了袋子里。每天完工后,他会把书拿出来,翻着上面的图画,可惜他看不懂上面的文字。


Suuraawan sun wa’ee mucaa paylata ta’uf fedhii qabu akkamit akka guddate agarsiisa. Magazeenis paylata ta’uf yaddan balali’ee. Yeroo tokko tokko akkan mucaa seenaa sanati of ilaala,

图画书讲的是一个男孩长大成为飞行员的故事。玛格威有时候会梦想自己成为一个飞行员。有时候,他想象着自己就是故事中的男孩。


Guyyaan bayee qorraa dha yeroo Magazeeen kara gubba dhabate kadhatu. Namni tokko itti kiiqee akan jedheen,” Ashamaa, ani Tomaas jedham. Ani lafa ati waan nyaatu argatutaan hojadha.” Namni kunis karkaan gara mana kelloo kan gubbaan isaa dokiyyee ta’ee it agarsisee.” Bakka mana sana dhaqtee akka nyaata argatu abdiin qaba?” jedhe gafatee. Magazzenis yeroo tokko gara manichaa yeroo biraa immo gara namichaa ilaale. “Akka tasa,” jedhe gara mannicha deeme.

有一天,天气很冷,玛格威站在街头乞讨。一个男人走过来,跟他打招呼:“你好,我叫托马斯。我在这儿附近工作,你可以到那儿拿点吃的。”他指着一座蓝顶黄墙的房子,“我希望你别客气,到那儿去拿点吃的吧!”玛格威看了看男人,又看了看房子,说:“可能吧!”然后他就走开了。


Ji’oota ittiaanan kessatti manadhabeyyni kun Tomaasni walarguu cimsanii qaban. Innis immo namoota wajjiin kessaahu namoota karaa gubbaa jirataniin hasa’u jallata. Senaa namoota dhaggefachu jallata. Tomaas nama amala garii qabuufi nama namaa tufatu mit. Ijoolen tokko tokko gara guyyaa walakaa irrati gara mana kelloo fi doqiyoo sana deemudhan waan nyataan argatan.

接下来的几个月,流浪的男孩们渐渐认识了托马斯。他喜欢跟人聊天,特别是无家可归的人。托马斯听别人讲他们的故事。他不苟言笑,非常耐心、有礼貌,尊重他人。一些男孩开始在白天去蓝顶黄墙的房子里找吃的。


Yeroo Tomaas dhufee Magozee bira ta’u Magozeen immo kitaaba dubbisa ture. Tomaas akkan jedhe isa gafate, “Seenaa malii dubsitaa?” “Wa’ee mucaa paylata ta’eeti” jedhene Magozee. Tomaas, “Maqaa isaa enyuu jedhe gaafate?” “Anni himbekku, dubbisu hindanda’u,” jedhe Magozeen.

有一天,玛格威正坐在人行道上看故事书,托马斯来了坐在他旁边。托马斯问:“这本书讲了什么故事?”玛格威回答说:“这是关于一个男孩成为飞行员的故事。”托马斯问:“男孩叫什么名字?”玛格威声音低了下去:“我不知道,我不识字。”


Yeroo walqunnaman Magozee seenaa mataa isaa Tomaasiti himuu calaqabee. Seenaan isaas wa’ee essuma isaatif akka inni itti mana bahee ilaalchisee ture. Tomaas bayee hindubbannes waan Magozeen godhuu qabuus itti hinmnee. Yeroo tokko tokko manaa nyataa kelloo sanaa kessati hasa’u.

当他们再次见面的时候,玛格威开始跟托马斯讲自己的故事,他的叔叔怎么对他,他怎么逃离了叔叔家。托马斯没说什么,也没有告诉玛格威该怎么做,但是他听得很仔细。有时候他们会一边在蓝顶黄墙的房子里吃东西,一边聊聊天。


Woggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa kana yeroo bayee dubbiseef, akkan jedheen, Amma yeroo ati mana barmusaa dhaqixee dubbisufi barressu barrachuu qabdu dha. Mal yaddaa jedhee gafatee?” Tomaasis lafaa ijoolen itti dhaqxee barattu itti ibsee.

玛格威十岁生日的时候,托马斯给了他一本新的故事书,这是关于一个乡下男孩成为足球运动员的故事。托马斯给玛格威讲过这个故事很多次。有一天,托马斯说:“我觉得你应该去上学,去识字。你觉得呢?”托马斯说他知道一个地方,孩子们可以住在那儿,上学。


Magozeenis wa’ee iddoo hara’a kana fi wa’ee gara mana barnoota deemu ittiyada ture. Yoo wanti essumni isaa jedhe sirri ta’e garuu inni barachuu hodadhabee? Yoo lafa hara’a kanati issa rukutan? Bayee sodaate. “Gara gubba jirachu wayya ta’a jedhe yaade.”

玛格威想了想去新地方生活,上学。但是,如果他叔叔说得对,他太笨了上不了学怎么办?如果在新的地方,他又要挨打怎么办?他有点儿害怕,心想:“也许我注定就要睡在马路边。”


Sodaa isas Tomaasit himee. Yeroo dheera booda Tomaas jiruun lafa hara’a kanati mishaa akka ta’u itti hime.

他把自己的想法告诉了托马斯。托马斯对他循循善诱,终于说服了玛格威,他在新地方一定会过上更好的生活。


Haaluma kanan Magozeen lafa hara’a sana dhaqee mana doqiyye sana kessa gale. Namoota lama wajjiin kutaa tokko kessaa walwajjiin jiratan. walmaa galatti ijoolee 10 mana sana kessa gala. Anitee, sisii fi abbaa manaa ishee, saree 3 fi addurre tokko fi ra’ee dullooma taokko mana sana kessa gala.

玛格威搬到了新家,新家的屋顶是绿色的。他和两个男孩住一间房间。屋子里还住着其他十个孩子。和他们住在一起的是茜茜阿姨和她的丈夫,还有三只狗,一只猫,一头老山羊。


Magozeen barmusaa calqabee garu barmusi itti cimee. Bayee dubati hafee ture. Yeroo tokko tokko dhisulee yaada. Garuu wa’ee paylata fi taphaata kubbaa milaa yeroo yaddu immo yada isaa jijjira. Mana barmusaa kessaa hinbanee.

玛格威开始读书,他遇到了不少困难,很难赶上他的同学们,有时候他差点就要放弃了。但他每次想起故事书里的飞行员和足球运动员,他都坚持了下来,就像他们一样。


Magozeen oddoo kessa ta’ee kitaabaa mana magarisaa irra argatee san dubbisaa. Tomaas dhufee mal godhaa jirta jedhe isa gafate. “Wa’ee mal dubistaa?” “Wa’ee mucaa barsiisaa ta’eti,” jedhe Magozeen. “Maqaan mucaa sani enyuu dha?” jedhe Tomaas. “Maqaan isaa, Magozee,” jedhama.

有一天,玛格威正在屋子后院里看书,托马斯来了,坐在他旁边:“这本书讲了什么故事?”玛格威回答说:“这是关于一个男孩变成老师的故事。”托马斯问:“那个男孩叫什么名字?”玛格威咧嘴一笑:“他叫玛格威。”


作者: Lesley Koyi
插图: Wiehan de Jager
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 5级
出处: 原文来自非洲故事书Magozwe
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 4.0 未本地化版本授权条款授权。
读多啲5级故事:
选项
返回故事列表 下载 PDF