下载 PDF
返回故事列表

Simbagwayir 辛波薇亚

作者 Rukia Nantale

插图 Benjamin Mitchley

译文 Demoze Degefa

语言 奥罗莫语

级别 5级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Yeroo harmeen Simbagwayir dutu bayee gadiite turte. Abbaan Simbagawayir akka intalli isaa jajjabatu bayee dhamee. Suuta suutaan harmee Simbagwayir malee jiruu gammachuu jiraachuu calaqaban. Ganama ganama wa’ee taa’a nii wa’ee olmaa isanii haasa’u. Galgal immo irbaata wajjiin qophessu. Irabaata bodaa abban Simbagwayir muccan isaa ni qo’achiisa.

辛波薇亚的妈妈过世的时候,她非常伤心。辛波薇亚的爸爸尽全力照顾孩子。时间久了,他们渐渐开心起来,习惯了没有辛波薇亚妈妈的生活。每天早上,他们坐在一起,谈论着即将到来的一天。每天晚上,他们一起做饭,然后一起洗碗,辛波薇亚的爸爸还帮助她做功课。


Gaftokko abban Simbagwayir garaa mana ture galee. Italoo koo essaa jirta jedhee gafate? Simbagwayir gara abbaa eshe figiddee. Yeroo abbaan isshee harka dubartii qabatee dhabatu in ilaaltee. “Muccaa koo nama addaa han ta’ee tokko wajjiin akka walqunantuun barbaada. Ishee kun Anitaa jedhamit jehde,” seeqataa.

有一天,辛波薇亚的爸爸回家晚了。他一进门就喊道:“亲爱的孩子,你在哪里?”辛波薇亚跑出来迎接爸爸。但她突然停住了,因为她看到爸爸牵着另外一个女人的手。爸爸笑着说:“我的孩子,来,我向你介绍一个很特别的人,她叫阿妮塔。”


Akkam Simbagwayir, Abban kee wa’ee kee bayee nathimaa ture. Simbagwayir garuu hinseqqannnes; harka ishees hinfunee. Abbaan Simbagwayir gammadde, dhinqiii itti ta’e. Sadeen isaani akka jiruu gammachuu wajjiin jiraacha akka turan hasa’ee. “Mucaa koo Aniitaa akka harmee ketiti akka fudhattu abdiin qaba.”

阿妮塔跟辛波薇亚打招呼:“你好,辛波薇亚!你的爸爸跟我说了很多关于你的事。”她没有朝辛波薇亚微笑,也没有牵她的手。辛波薇亚的爸爸很高兴,他兴奋地说着,如果他们三个人住在一起,一定会很幸福的。爸爸朝辛波薇亚说:“我的孩子,我希望你能接受阿妮塔成为你的母亲。”


Jiruun Simbagwayir ni jijjirramee. Yeroo abba ishee wajjiin haasoftu hinqabdu. Aniitaan hojii bayee wan isheef lateef, Simbagwayir yeroo barnoota ishef qophoftu dhabade. Yeroo dhuman galtee rafti. Maddi gammachuu ishee kan ta’ee wayya halkanii harmee ishee laatefi dha. Abban ishee garuu, mucaan sa akka gadda jiraatu hinbarre.

辛波薇亚的生活变了。她每天早上没有时间和爸爸坐在一起聊天。阿妮塔让辛波薇亚做很多家务,辛波薇亚每天晚上都累极了,根本没有时间做功课。她一吃完晚饭就睡觉了。她唯一的安慰就是妈妈留给她的彩色毯子。辛波薇亚的爸爸似乎没有意识到女儿一点儿也不开心。


Ji’oota murasaa booda Abban Simbagwayir gara imaala akkan jedhee deme, “Dhimma hijiitif yeroo gababduf bakka bira demuun qaba.” “Hata’u maale akka isin walgargartan nan amana.” Simbagwayir fulaa ishee gurtee garu kana abban ishee hinbarre. Aniitaan wan tokkole hindubbane. Aniitaanis dhimma kanairrati gamchuu hinqabadu turte.

过了几个月,辛波薇亚的爸爸告诉她们,他要离家一段时间。他说:“我得出差,我相信你们会互相照顾对方的。”辛波薇亚低下头,但她的爸爸没有注意。阿妮塔什么也没说,她也不太高兴。


Jiruun Simbagwayir bayee gadhee ta’aa damee. Hojii mana kessa hinfuxxu taanan, Aniitaan itti dhekamiti. Iribaata gubba irrate, Aniitaan bayee nyaate, isheedhat immo xinno dhiftee. Halkan hundaa Simbagwayir uffataa halkanii harmee ishee hammate bossi.

辛波薇亚的生活变得更糟糕了。如果辛波薇亚没有做完家务,或者她稍微有点抱怨的话,阿妮塔就会打她。晚上,阿妮塔把大多数食物都吃了,只留给辛波薇亚一点剩饭剩菜。每天晚上,辛波薇亚都流着泪入睡,她只能紧紧地抱着妈妈留下的毯子。


Ganama tokko Simbagwayir hirribarra dafte hinka’iin turte. Aniitaanis, “Mucaayo dhiibooftuu” jettee itti iyyite. Aniitaanis Simbagwayir siree irra harkiftee kaste. Wayyan halkanii bayee midhaagan sun nibixamee bakka lamati citee.

一天早上,辛波薇亚起床晚了。阿妮塔气极了:“你这个懒虫!”她把辛波薇亚从床上拉起来。毯子勾到一颗钉子,撕成了两半。


Simbagwayirn bayee aarte. Mana sana gadidhiiftee demuuf murteesite. Ufata halkani harmee isheetif nyaataa qabattee mana batee. Kara abban ishe demee dukka dhaqxee.

辛波薇亚伤心透了,她决定离家出走。她带着毯子的碎片,包了一些食物,沿着爸爸出差的路离开了家里。


Yeroo ittihalkana’u mukka dheeraa gubba korte damee isaatrati siree tolfate. Yeroo gara chiisichaa deemtu akaan jete wadeste, “Ayyo, ayyo, ayyo na dhiftee dametee. Na dhiftee demetee, achuuman hafte. Abban koo nanajallatu kana booda. Harmee, yoom dhufta? Na dhifitee demetee?”

天黑了,辛波薇亚找到一棵长在小溪旁边的树。她爬上了树,在树枝上搭了一张小床。她唱着歌,渐渐睡着了:“妈妈,妈妈,妈妈,你离开了我,离开了我再也不回来了。爸爸再也不爱我了。妈妈,你什么时候回来,你离开了我……”


Gyyyaa itti aanu Simbagwayirn sirbaa sana irra debitee sirbtee. Dubartoonni laga sana bishaan waraaban sagalee ishee dhagahan. Sagaleen sunis sagalee mukaa itti fakkate chal jedhan. Ha ta’u malee dubartiin tokko sirrite dhaggeffatee turte.

第二天早上,辛波薇亚又唱起了这首歌。附近的女人到溪水边来洗衣服,她们听到了树上传来的歌声。她们以为这是风穿过树叶的声音,于是就没有在意,继续洗衣服。但其中有个女人仔细地听着这首歌。


Dubartitin ol jete mukka ilaalte. Yeroo muccayofi uffata halkanii bareeda agartu akan jete, “Simbagwayi, muccaa obbolessa kooti.” Dubartiin biraa immo uffata miccuu dhifitee Simbagwayi akka mukka irraa buutuu gargarte. Addaadan ishee muka irra bufitee, jajabesite.

女人抬起头来看着那棵树。当她看到辛波薇亚和那条彩色的毯子时,她吓了一跳:“辛波薇亚,我哥哥的孩子!”其他的女人也停下了手里的活儿,帮助辛波薇亚从树上爬了下来。她的姑姑紧紧地抱着她,尽量安慰她。


Addaadan Simbagwayi mana isheeti fudhatee. Simbagwayifis nyaata o’aa keennitefi ciree gubba ishee rafiste. Halkan san Simbagwayi boyichaan gara chisichaa dhaqxee. Ha ta’u male boyyicha kessi gammachudah. Addaada ishee akkan ishee kunistu nibekiti turte.

辛波薇亚的姑姑带着她去了自己家。她给辛波薇亚煮了美味的食物,又给她铺了床,让她盖着妈妈的毯子睡觉。那天晚上,辛波薇亚又哭着睡着了。不过这次是欣慰的泪水。她知道她的姑姑会照顾她。


Abban Simbagwayi yeroo imala deebi’u, siree isheera dhabee, akan jedhe, “Maltuu dhalate?” jedhe rifachuudahn gaafate. Durbatitiinis Simbagwayi akka deemte itti himte. “Akka nakabajduu itti himeen ture. Anis immo bayeen seera itti jabesse.” Abban Simbagwayi gara lagaa demee. Gara mana obboletii isaa demee Simbagwayi barbacha dhama’ee.

辛波薇亚的爸爸回到家里,发现辛波薇亚的房间里空荡荡的。他疲倦极了,问阿妮塔发生了什么事。阿妮塔说辛波薇亚离家出走了。她解释道:“我只是想让她尊敬我,但是我可能太严格了。”辛波薇亚的爸爸跑出家门,沿着小溪去找辛波薇亚。他走到了妹妹的村庄,想问问她有没有见过辛波薇亚。


Abban Simbagwayi yeroo dhufu isheen durbii ishee wajjiin taphacha turte. Abban ishee it dhihaatee akan, Simbagwayi, Harmee dansaa argatee. Ishee sijaaatu fi si hubbattu. “Bayeen siti bonaa. Bayeen sijaaladha.” Simbagwayi akka addaada ishee bira hamma bardaddu akka techu waligalan.

辛波薇亚正在和她的表兄弟姐妹玩耍,但她突然看到了远处的爸爸。她害怕爸爸会生气,于是就跑到房子里躲了起来。但是爸爸找到她,对她说:“辛波薇亚,你自己找到了一个完美的妈妈,她爱你,理解你。我为你感到骄傲,我爱你。”他们商量后决定辛波薇亚可以和姑姑住在一起,想呆多久就可以呆多久。


Abban ishee guyyaa guyyaa dha isshee ilaala ture. Boddeeti Aniitaa wajjiin dhufan. Sana booda harka Simbagwayi ti galtee dhifama ishee gafaatee. Bayeen dogongoree dhifamaa nagodhi mucaa ko. Caarraa biraa nakenitaa? Simbagwayi oljette fulaa abbaa ishee isa gadde ilaalte. Achumaan gara Aniitaa ademitee ishee hammate.

辛波薇亚的爸爸每天都来看她。有一天,他和阿妮塔一起来了。阿妮塔朝辛波薇亚伸出手,她哭了:“我太抱歉了,小家伙,对不起,我错了,你可以再给我一次机会吗?”辛波薇亚看了看爸爸,看到他忧虑的脸庞。她朝前走了一步,抱住了阿妮塔。


Torbaan itti anuu Aniitaan Simbagwayi, durbi fi addaada ishee laaqan afferte. Qophii gaari ture! Aniitaan nyataa Simbagwayi jallatu qophesite. Namni hundiinu hamma quuftu nyaate. Sana boodas ijollen yeroo taphatu warri gurdudon immo hasa’a turan. Simbagwayi bayee gammadee. Hatatamaan gara mana abba isheeti debitee akka jaalalan harmee budeena wajjiin jiratu yerooma san murtesite.

过了几天,阿妮塔邀请辛波薇亚,姑姑和姑姑的孩子们一起到家里吃饭。好丰盛啊!而且那都是辛波薇亚喜欢吃的东西,每个人都吃得津津有味。吃完饭,大人们在家里聊天,孩子们在外面玩耍。辛波薇亚觉得很开心,自己变得更加勇敢了。她决定不久以后就要回到家里,和自己的爸爸,继母住在一起。


作者: Rukia Nantale
插图: Benjamin Mitchley
译文: Demoze Degefa
语言: 奥罗莫语
级别: 5级
出处: 原文来自非洲故事书Simbegwire
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
读多啲5级故事:
选项
返回故事列表 下载 PDF