Tuliin refeensa gabaabaa qabdi.
ثَلِي لَدَيْهَا شَعْرٌ قَصِيرٌ.
Aanan refeensa dheeraa qabdi.
آنّا لَدَيْهَا شَعْرٌ طَوِيلٌ.
Katiin refeensa bayee dheeraa qabdi.
كَاثِي لَدَيْهَا أطْوَلُ شَعْرٍ.
Zaamaan refeensa ishee shurrubaa dhahatee.
زَامَا جَدَلَتْ شَعْرَهَا.
Babaan refeensa hareeda qaba.
بَابَا لَدَيْهِ لِحْيَةٌ.
Zaanaleen refeensa ishee filaateera.
زَانِيلِي مَشَطَتْ شَعْرَهَا.
Taaboon refeensa isaa murateera.
ثِيبُو قَصَّ شَعْرَهُ.
Teembaan refeensa isaa haadateera.
ثِيمْبَا أَزَالَ شَعْرَهُ.