Siree jala jirtii?
هَلْ هِيَ تَحْتَ السَّرِيرِ؟
Saanduqa irra jirtii?
هَلْ هِيَ فَوْقَ الخِزَانَةِ؟
Barcuma duuba jirtii?
هَلْ هِيَ وَرَاءَ الأَرِيكَةِ؟
Guuboo keessa jirtii?
هَلْ هِيَ بِجَانِبِ حَاوِيَةِ القُمَامَةِ؟
Uffata jala jirtii?
هَلْ هِيَ دَاخِلَ السَّلَّةِ؟
Moo manaa baatee jirtii?
هَلْ هِيَ خارِجَ المَنْزِلِ؟