Belladoota kan ilaali.
اُنْظُرْ إِلَى الحَيَوَانَاتِ.
Ra’een kuni ‘me-ee’ jedha.
الجَدْيُ يَقولُ “مييه… ميه”.
Fardi kuni ‘himmi’ jedha.
الحِصَانُ يَصْهَلُ.
Boyyeen kuni ‘gurruu’ jedha.
الخِنْزِيرُ يَنْخِرُ.
Lukkuun tuni ‘kuku-kuu’ jetti.
الدَّجَاجَةُ تُقَرْقِرُ.
Sareen kuni ‘wuuuwuu’ jedha.
الكَلْبُ يَنبَحُ.
Qotee bulaan kuni ‘ohuu’ jedha.
المُزَارِعُ يَقُولُ “شششش”.