Yeroo tokko naacha bela’aa tokkotu ture.
Once there was a very hungry crocodile.
Suuta jedhe nyaata barabadaa ture…
He searched for food slowly and quietly. And then…
Powoo!!! jedhe!
POW!!! The crocodile strikes!
Saana booda belli isaa irrabadee gammadaa ta’ee.
After that he is no longer hungry, and he is happy.
Hamma yeroo biraa bela’utti.
Until he gets hungry again.