Andiiswaan yeroo ijooleen kubbaa miilaa taphatan argite. Otoo isaan wajjiin taphate hawwitee turte. Kanafuu isaan wajjiin shakaluf leenjisaa hayamaa gaafate.
Andiswa schaute den Jungen beim Fußballspielen zu. Sie wünschte, sie könnte auch in der Mannschaft sein. Sie fragte den Trainer, ob sie mit ihnen trainieren kann.
Leenjisaanis mudhii isaa qabatee akkan jedhe, “Mana barnoota kanatti ijoolee dhiiraa qofatu taphachuu dnada’a.”
Der Trainer stemmte die Hände in die Hüften. „An dieser Schule dürfen nur Jungen Fußball spielen“, sagte er.
Ijooleen dhiiraa kubbaa saphanaa akka taphatu ittihiman. Kubban saphanaa dhiraa fi dubartiidhaf jedheni ittihiman. Andiiswaa bayee aarte.
Die Jungen sagten, sie solle Netzball spielen. Sie sagten, Netzball sei für Mädchen und Fußball für Jungs.
Guyyaa ittiaanu, manni barnoota dorgomii kubba milaa qaba ture. Leenjisaan garu taphtooni cimmoon waan fayaa dhabanif bayee gaddee.
Am nächsten Tag gab es ein großes Fußballspiel. Der Trainer machte sich Sorgen, weil sein bester Spieler krank war und nicht spielen konnte.
Andiiswaan figidee leenjisaan akka ishee tapha kessaa galchuu gaafate. Leenjisaan waan godhuu qabu garuu hinbarree. Boodee garu Andiiswaan akka sentee taphatu murteesee.
Andiswa lief zum Trainer und flehte ihn an, sie spielen zu lassen. Der Trainer wusste nicht, was er tun sollte. Dann beschloss er, Andiswa in die Mannschaft aufzunehmen.
Dorgomiin cimaa ture. Namni tokkoiyyu qaphxii hinargatin ture, hamma walkaa taphaati.
Das Spiel war hart. Zur Halbzeit hatte noch niemand ein Tor geschossen.
Walkkaa taphaa irrati mucaan tokko kubbaa gara Andiiswaa dabarsee. Daftee kubbaa gara manneeti figidee. Kubbicha rukkutee garaa galchiiti galachite.
Während der zweiten Halbzeit spielte einer der Jungen Andiswa den Ball zu. Sie bewegte sich sehr schnell auf das Tor zu. Sie schoss den Ball mit großer Wucht und erzielte ein Tor.
Namooni dorgommi ilaala turan bayee gammadan. Guyaa sanarra calqabee dubartonni kubbaa milaa akka taphatan hayyamameef.
Die Zuschauer jubelten begeistert. Seit diesem Tag dürfen Mädchen an der Schule auch Fußball spielen.