下载 PDF
返回故事列表

Maal hojjechaa jirta? 你在做什么?

作者 Nina Orange

插图 Wiehan de Jager

译文 Dinqisisa Temesgen

语言 奥罗莫语

级别 1级

将整故事念出来 本故事尚未有语音版。


Ani sirbaan jira.

我在唱歌。


Isheen harka raasaa jirti.

她在挥手。


Ani harka walitti rukutaan jira.

我在拍手。


Isheen hixaachaa jirti.

她在伸手。


Inni waamaa jira.

他在叫喊。


Ani deebisaan jira.

我在回答。


Isheen dhaggeeffachaa jirti.

她在聆听。


Ati maal hojjechaa jirta?

你在做什么?


作者: Nina Orange
插图: Wiehan de Jager
译文: Dinqisisa Temesgen
语言: 奥罗莫语
级别: 1级
出处: 原文来自非洲故事书What are you doing?
共享创意授权条款
本着作系采用共享创意 署名 3.0 未本地化版本授权条款授权。
选项
返回故事列表 下载 PDF