تحميل بصيغة PDF
العودة لقائمة القصص

Gadoo Dammaqajelchitu انتقام طائر دليل المناحل

كُتِب بواسطة Zulu folktale

رسمة بواسطة Wiehan de Jager

بترجمة Demoze Degefa

لغة الأورومو

مستوى المستوى 4

سرد للقصة كاملة الصوت لهذه القصة غير متوفر.


Seenaan kuni wa’ee Nagade, dammaqajelchituu; fi nama sassattu dardar tokko kan Ginigilee jedhamaniti. Gaftokko Yeroo Gingileen admsa dhaqe, waamicha Nagade dhagahe. Afaan Gingilee damma yaade jennaan bayee hawwee. Gingileen dhabbatee dhageefate lafaa simbirron suni jiritu barbaade. Simbirroon xiqqoon sunis, “chitiik-chitiik-chitiik” jechaa muka tokko irra gara biraati cetee. Chitiik, chitiik jechuu dhifte Gingileen duuka dhufu isaa mirkaneesuf.

هذه قصة دليل المناحل، نجيد، وشاب يدعى جنجيل. في يوم من الأيام، كان جنجيل خارج البيت في رحلة صيد عندما سمع صوت نجيد، دليل المناحل. سال لعاب جنجيل، فقد ذكره صوت الطائر بطعم العسل، فتوقف وبدأ يستمع بانتباه ويبحث عن العصفور حتى لمحه بين أغصان الشجرة، فوق رأسه. خشخش العصفور الصغير “شتيك، شتيك، شتيك.” وهو يقفز من شجرة إلى أخرى متوقفا بين الفينة والفينة حتى يتأكد من أن جنجيل كان يتبعه.


Sa’ati walakka booda, hundii isaani mukka gudda tokko jala gahan. Nagade akka nama maratee dameewan gubbaa figee. Boodas damee tokko gubbaa ta’ee mataa isaa gara Gingilee qabee, “Asii kunooti, Kootu as, maltu sitursiise?” Gingileen garauu kannisa tokko ille hinagaree garu Nagade amane.

بعد نصف ساعة، وصل الإثنان إلى شجرة تين ضخمة. أخذ نجيد يقفز من غصن إلى غصن ويطل برأسه على جنجيل وكأنما ليقول له: “ها أنا ذا، تعال الآن، ما الذي يجعلك بعيدا هكذا؟”. لم يستطع جنجيل أن يرى النحل من مكانه تحت الشجرة، غير أنه وثق بنجيد.


Kanaafu Gingileen eboo isaa mukaa jala ka’ee, mukaa goggogaa waltti qabee ibidda qabsiee. Yeroo ibiddichi sirriti boba’uu mukaa dheraa tokko ibiddicaha kessa ka’ee. Mukti kuni aara bayee umuudhan beekama. Amma mukaa sana koruu calqabee, mukaa gara qnaqee hinqbnee afaanti qabatee.

وضع جنجيل رمحه تحت الشجرة وجمع بعض الأغصان اليابسة وأشعل النار. وما إن توهج اللهب، حتى أخذ جنجيل عصا طويلة من خشب يابس ووضعها في النار لتحترق فتخرج دخانا كثيفا لدى احتراقها. ثم بدأ جنجيل يتسلق الشجرة حاملا العصا ذات الدخان الكثيف بين أسنانه ماسكا إياها من طرفها غير المحترق.


Yerooma sana sagaale kannisa dhagahee. Kannisonni sunis holqaa mukaa kessaa bahan. Gingileen yeroo holqaa kannisaa bira gahu aara sana gara afaan holqichaati qabee. Kannisnis aarani holqichaa kessaa badani deeman. Aaraa sana waan jibbaniif baqatani sokkan. Otto hinsokkin dura garuu Ginglee hiddani turan.

وسرعان ما سمع جنجيل أزيز النحل العالي وهو يدخل ويخرج من جوف جذع شجرة التين أين توجد الخلية. وعندما بلغ جنجيل خلية النحل، دفع بطرف العصا المدخن داخل جوف الشجرة. فهرع النحل إلى خارج الخلية ساخطاً مزمجراً وطار عالياً تاركاً المكان، لكن ليس قبل أن يكيل بعض اللدغات الموجعة لجنجيل.


Yeroo kannisonni alaati bahan, Gingileen harka isaa gara holqati galche. Biddeen damma walalaa bayee qabu argate. Damma sana sutaa jedhee korojooti naqatee sutaa jedhe mukkarra bu’ee.

عندما ابتعد النحل، مد جنجيل يديه إلى الخلية في جوف الشجرة وبدأ يستخرج حفنات من أقراص الشمع المخضبة بالعسل والدهون واليرقات البيضاء. وضع جنجيل أقراص الشهد بكل عناية في حقيبته ونزل من أعلى الشجرة.


Nagadeen waan Gingileen hojjacha turee ilaala ture. Innis damma gudda isaa akka kennati eggachaa ture. Nagadenis damee irraa dameet utaalun gara lafaati dhihate. Dhummarrati Gingileen lafa gahe. Nagadeenis dhakaa gubbaa ta’ee kennaa isaa eggatee.

كان نجيد يراقب بانتباه ما كان يفعله جنجيل وكان يأمل أن يكافئه بقطعة كبيرة من أقراص الشهد الملآنة بالعسل. فأخذ يرفرف من غصن إلى غصن ويقترب رويداً رويداً من الأرض حتى وصل إلى أسفل الشجرة. حط نجيد على صخرة على مقربة من جنجيل ومكث ينتظر أن يناوله مكافأته.


Hata’u maale Gingileen ibdda dhamsee, eboo isaa qabatee Sibirricha dhisee gara mana isaa deeme. Nagaden aaree, akan jedheen. “vik-tor. vik-torr!” Gingileen dhaabbate, ijaa ittibasee akkan jedheen, “damma xinnoo barbaadee, ati hiriyaa kiyya moo? Hojii maraa anumatu hojaatee. Damma kana maliifan siqooda?” Sana booda nideeme. Nagaden bayee aaree! Hali kun garu mit. Garuu gaddo itti bahuu danda’aa.

لكن جنجيل أطفا النار والتقط رمحه وعاد أدراجه إلى منزله متناسياً العصفور، دليل المناحل. صاح العصفور غاضباً: “فيكتور، فيكتور …”. توقف جنجيل عن السير وحدق في العصفور الصغير وانفجر ضاحكاً: “هل تريد بعضا من العسل يا صديقي؟ لكن أنا من قام بالعمل كله وتحملت كل تلك اللدغات لوحدي… فلماذا إذن أقتسم هذا العسل الرائع معك؟”. ثم ذهب بعيداً. استشاط نجيد غضبا بعد أن تأكد من أن لا سبيل للتفاهم مع جنجيل وقرر بأن ينتقم لنفسه.


Turbaan bayee booda, gaftokko Gingileen sagaale damma himaa Nagadee dhagahe. Damma walalaa sana yadatee Nagade dukaa bu’ee. Eega Gingilee karaa ittiagarsisuu calqabee booda boqachudhaf mukaa tokko jala ta’ee. “Ahha, holqii kannisaa asi jiraachu qaba” jdhee yadee. Hatataman mukaa aara isaa qabsifatee mukkicha koruu calqabe. Nagaden ta’ee ilaala ture.

وفي يوم من الأيام، وبعد بضعة أسابيع من ذلك اللقاء، سمع جنجيل صوت نجيد يبشر من جديد بوجود العسل. تذكر جنجيل طعم العسل اللذيذ وبدأ يتبع العصفور من جديد وبكل شغف. وبعد أن قاد العصفور جنجيل على طول حافة الغابة توقف ليستريح تحت شجرة كبيرة مظللة ذات أشواكٍ. فكر جنجيل: “أه… لا بد أن تكون خلية النحل في تلك الشجرة”. أسرع جنجيل بإشعال نار صغيرة وبدأ يتسلق الشجرة وعود الدخان بين أسنانه. في الأثناء كان نجيد قابعا يراقب عن كثب ما كان يحدث.


Gingileen mukkicha yeroo koruu garu sagaale kannisa dhagahu dhisuun isaa isa dinqisiisa ture.” Holqichii gaddii fagachuu qaba jedhe yadee.” Damee biraa irra koree. Garuu holqaa kannisaa otu hinta’in fula qeransaa arge. Qeransichis hiribaa isaa irra waan dammaqeef bayee aare. Ija fi afaan ishee banudhaan ilkaan ishee hamam akka cimaa ta’e agarsiste.

تسلق جنجيل الشجرة مستغرباً من عدم سماع طنين النحل الذي تعود سماعه. وقال مخاطبا نفسه: “قد تكون الخلية في عمق الشجرة.” ثم واصل تسلق أغصان الشجرة، لكن حدث ما لم يحسب جنجيل حسابه، وعوض أن يجد خلية النحل، وجد نفسه محدقا في وجه نمرة كانت مغتاظة بعد أن وقع قطع نومها بكل تعسف. أغمضت النمرة عينيها وفتحت فمها وكشرت عن أنيابها الضخمة الحادة.


Otoo qeransichi itti hin utaalin, Gingileen dafee mukarra bu’ee. Otoo muddamu damee tokko qolee lafati akka maleeti kufee caphee. Akka carraa ta’e qeransci hirribarra hinkanee wantureef. isa dukaa hinbunee. Nagaden, dammaqajelchitun, gaddod Gingileeti batee. Gingileenis barnoota bayee argate.

وقبل أن تنقض عليه النمرة، أسرع جنجيل بالنزول من أعلى الشجرة، لكنه أخفق في مسك غصن من أغصان الشجرة وسقط مدوياً على الأرض فالتوى كاحله عند السقوط. واصل جنيجيل طريقه يعرج، بالسرعة التي يخولها له كاحله الملتوي. ولحسن حظه أن النمرة كانت لازالت تحت تأثير النعاس فلم تلحق به. انتقم نجيد، دليل المناحل، لنفسه ولقن جنجيل درسا لن ينساه.


Ijoolen Gingilee yeroo seenaa Nagadee dhagahan bayee simbirroo kana kabajan. Yeroo damma muraan hundaa, damma bayee dammaqajelchitudhaf dhissan.

وهكذا، كلما سمع أبناء جنجيل قصة نجيد إلا واحترموا هذا العصفور الصغير. كما كانوا كلما ذهبوا لجمع العسل إلا وأصروا على أن يتركوا له أكبر قطعة من الشهد.


كُتِب بواسطة: Zulu folktale
رسمة بواسطة: Wiehan de Jager
بترجمة: Demoze Degefa
لغة: الأورومو
مستوى: المستوى 4
المصدر: The Honeyguide's revenge از القصص الأفريقية القصيرة
رخصة المشاع الإبداعي
تحت مجوز المشاع الإبداعي نَسب المُصنَّف 3.0 دولي کریتز کامنز به نشر رسید.
خيارات
العودة لقائمة القصص تحميل بصيغة PDF